Article

Baankiin Gadaa gurgurtaa Aksiyoona baankicha dhibbantaa 100% ol irraa gahe.

Baankiin Gadaa hundeeffama irraa jiru gurgurtaa Aksiyoona baankicha dhibbantaa 100% ol irraa gahuun haaldureewwan hojii eegaluuf baankicha barbaachisu xumura jiraachuu Read More

Seenaa Doktaraa Kab. Artist Alii Birraa - GADAA MAGAZINE

Alii Birraa weellisaa, qindeessaa, walaleessaa fi sabboonaa Oromooti. Aliin Fulbaana 29, 1950 magaalaa Dirre Dhawaa naannoo Lagaharree jedhamutti dhalate. • Jireenyaa Read More

"Madaalliin Namummaa Gaarummaadha" Dargaggoo Ifaa Taliilaa

Waldaan Gargaarsaa Ifaa dargaggoo fi weellisaa Ifaa Taliilaa hundaa'ee yeroo ammaa barattoota harkaa qalleeyyi ijoollee 105 dhabbiidhaan barsiisaa jiraachuu ibse.

Kaayyoo Read More

Arstist Hacaaluu irraa dhaloonni maal barataa?

Arstist Hacaaluu irraa dhaloonni maal barataa?

Haacaaluu Hundeessaa goota ture goota Oromummaa isaa hojiin mul'iiseedha.

Haacaaluun sochii qabsoo oromoo keessatti nama sirboota Read More